Amoos 5:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ከናፉ ነምን ቀልቤፈታን ዬሮ አከሲት አፋን ቀበተ፤ በር ኩን በረ ሀማዻቲ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Kanaafis kun yeroo hamaa waan ta'eef, namni hubataan yeroo akkasiitti calluma in jedha. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Kanaafuu namni qalbeeffataan yeroo akkasiitti afaan qabata; barri kun bara hamaadhaatii. See the chapter |