Online Bible

- Advertisements -




Amoos 5:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 እሳን ነመ ከረረት ነመ እፈቱ ንጅቡ፤ ከን ዹጋ ዱበቱስ ንበልፉ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Isin isa wal ga'ii karra dallaa keessatti dhugaadhaaf falmuu in jibbitu, nama dubbii hir'ina hin qabne dubbatus in ciiggaatu*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Isaan nama karra irratti nama ifatu ni jibbu; kan dhugaa dubbatus ni balfu.

See the chapter Copy




Amoos 5:10

Follow us:

Advertisements


Advertisements