Online Bible

- Advertisements -




Amoos 4:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 “አን ዬሮ ሄዱ እዶ ብቅልቱቲፊ ወይኒኬሰን ዋጊፊ አዋሮዻን ዸኤን በሌሴ። ሀዋንስን ሀርቡፊ ኤጄርሰኬሰን በርበዴሴ፤ ተኡስ እስን ገረኮት ህንዴብኔ” ጄዸ ዋቀዮ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 <<Waagiidhaa fi gogiidhaan isin nan rukute, lafa isin biqiltuu dhaabbattan, dhaabaa waynii keessanis nan gogse, harbuu keessanii fi ejersa keessan hawaannisatu nyaatee fixe; kanuma irratti iyyuu isin gara kootti hin deebine>> jedhee dubbateera Waaqayyo*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 “Ani yeroo hedduu iddoo biqiltuutii fi wayinii keessan waagii fi awwaaroodhaan dhaʼeen balleesse. Hawwaannisni harbuu fi ejersa keessan barbadeesse; taʼus isin gara kootti hin deebine” jedha Waaqayyo.

See the chapter Copy




Amoos 4:9

Follow us:

Advertisements


Advertisements