Amoos 4:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 እስን ቶኮ ቶኮን ቀጄልተኒ ቃወ ደላቲን ንባቱ፤ ገረ ሀርሞንትስ ንደርበተምቱ” ጄዸ ዋቀዮ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Adduma addaan qaawwa dallaa fuula keessan dura jiru keessa in baafamtu, gara tulluu Hermoonittis in daddarbatamtu>> in jedhe; Waaqayyo kana dubbateera. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Isin tokko tokkoon qajeeltanii qaawwa dallaatiin ni baatu; gara Harmoonittis ni darbatamtu” jedha Waaqayyo. See the chapter |