Online Bible

- Advertisements -




Amoos 4:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ዋቀዮ ጎፍታን አከነ ጄዼ ቁልቁሉማሳቲን ከከቴረ፦ “ዬሮን እስን እት ሆኮዻን፣ እስን ኬሳ ነምን ዹማሞ ቀብዱ ቁርጡሚቲን ቀበሙ ቶኮ ዹጉማን ንዹፈ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Waaqayyo gooftaan qulqullummaa isaatiin kakatee, <<Kunoo! Guyyaan itti hokkoodhaan isin harkisanii, warra isin booddees hokkoo qurxummiitiin baasan in dhufa.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Waaqayyo Gooftaan akkana jedhee qulqullummaa isaatiin kakateera: “Yeroon isin itti hokkoodhaan, isin keessaa namni dhumaa immoo qabduu qurxummiitiin qabamu tokko dhugumaan ni dhufa.

See the chapter Copy




Amoos 4:2

Follow us:

Advertisements


Advertisements