Amoos 3:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ሌንጭ ኣዴረ፤ ኤኙቱ ህንሶዳትኔሬ? ዋቀዮ ጎፍታን ዱበቴረ፤ ዮስ ኤኙቱ ራጂ ህንዱበትኔሬ? See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Leenci in aada, egaa eenyu ree kan hin sodaanne>> Waaqayyo gooftaan in dubbachiisa, egaa eenyu ree raajii kan hin dubbanne*? See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Leenci aadeera; eenyutu hin sodaanne ree? Waaqayyo Gooftaan dubbateera; yoos eenyutu raajii hin dubbanne ree? See the chapter |