Amoos 3:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዮ መጋላ ኬሰት መለከትን አፉፈሜ፣ ነሞትን ህንራፈመኒ? በላን መጋላ ቶኮት ዮ ዹፌ፣ ዋቀዮቱ ዋን ሰነ ፍዴ ምቲ? See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Fiinoon lolaa mandara keessatti yeroo afuufamu namoonni hin wareeranii ree>> Utuu Waaqayyo biraa hin dhufin, wanti hamaan mandara tokko irra ga'aa ree*>> See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Yoo magaalaa keessatti malakanni afuufame, namoonni hin raafamanii? Balaan magaalaa tokkotti yoo dhufe, Waaqayyotu waan sana fide mitii? See the chapter |