Amoos 3:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዮ ወሊ ገለን መሌ ነሞትን ለመ ወጅን ንዴሙ? See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Namoonni lama walitti dhufanii utuu waliif hin galin walii wajjin dhimma tokkoof adeemuu ree>> See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Yoo walii galan malee namoonni lama wajjin ni deemuu? See the chapter |