Online Bible

- Advertisements -




Amoos 2:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 እሳን አኩመ ብዮ ለፋት መታ ህዬዪረ እጃጀኒ ጩንቁርፈማስ ሙርቲ ቀጄላ ዾወተን። አባፊ እልም ዱርበ ቶኮት ገለኒ አከሲን መቃኮ ቁልቁሉ ጡሬሰን።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Isaanoo mataa warra dadhaboo awwaara keessatti lafatti dhidhiitan; warra gad qabamoos karaa irraa in daddarbatu; maqaa koo isa qulqulluu xureessuudhaaf, ilmis abbaanis dubartii ejjituu tokko bira in ga'u*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Isaan akkuma biyyoo lafaatti mataa hiyyeeyyii irra ijaajjanii cunqurfamaas murtii qajeelaa dhowwatan. Abbaa fi ilmi durba tokkotti galanii akkasiin maqaa koo qulqulluu xureessan.

See the chapter Copy




Amoos 2:7

Follow us:

Advertisements


Advertisements