Online Bible

- Advertisements -




Amoos 2:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ “አን ጩቡ ይሁዳ ሰዲፍ፣ አፉሪፍስ ዼከምሰኮ ዱበት ህንዴብሱ። ሰበቢ እሳን ሴረ ዋቀዮ ድደኒ አጀጀሳስ ህንኤግኒፍ፣ ሰበቢ እሳን ዋቆተ ሶባ፣ ዋቆተ አቦቲንሳኒ ዱካ ቡአን ሰናን ከራራ ጀልአተኒፍ፣

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Waaqayyo akka jedhu!<<Warri biyya Yihudaa seera koo seera Waaqayyo isaanii tuffatanii seerrata koos eeguu didanii, waaqayyolii sobaa warra abboonni isaanii duukaa bu'aa turaniin waan wallaalchifamaniif, ani irra-daddarbaa isaanii isa keessa deddeebi'aniif adabni akka irraa deebi'u hin godhu!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Waaqayyo akkana jedha: “Ani cubbuu Yihuudaa sadiif, afuriifis dheekkamsa koo duubatti hin deebisu. Sababii isaan seera Waaqayyoo didanii ajaja isaas hin eeginiif, sababii isaan waaqota sobaa, waaqota abbootiin isaanii duukaa buʼan sanaan karaa irraa jalʼataniif,

See the chapter Copy




Amoos 2:4

Follow us:

Advertisements


Advertisements