Amoos 2:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 አን ቡልቻሼ አጄሴ ቆንዳልቶተሼ ሁንደስ እሰ ወጅንን ፍጠ” ጄዸ ዋቀዮ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Isa biyya seerratus ishee keessaa nan balleessa, gurguddoota ishee hundumaas isaa wajjin nan ajjeesa>> jedha Waaqayyo>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Ani bulchaa ishee ajjeesee qondaaltota ishee hundas isa wajjinin fixa” jedha Waaqayyo. See the chapter |