Amoos 2:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 አን እብደ ደአትኖ ኬሪዮት በርበዴሱ ቶኮ ሞኣብት ነንኤርገ። ሞኣብ እየ ወራናቲፊ ሰገሌ መለከታቲን ዱአ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Kanaaf, ani biyya Mo'aab irratti ibidda nan erga; inni immoo mana jajjaboo mandara Keriyot in fixa; warri duulaa utuu wacanii, sagalee fiinoos dhageessisanii, namoonni Mo'aab goolii keessa in du'u. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 ani ibidda daʼannoo Keriiyooti barbadeessu tokko Moʼaabitti nan erga. Moʼaab iyya waraanaatii fi sagalee malakataatiin duʼa. See the chapter |