2 ጢሞቴዎስ 2:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ከን አን እሳፍ ጄዼ አከ ነመ የከ ሆጄቴ ቶኮት ሀመ ፎንጫን ህዸሙት ዽጰቻፊ ጅሩዸ። ዱቢን ዋቃ ገሩ ህንህዸሙ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Sababii wangeela isa ani lallabe kanaaf, akkuma nama hamaa godheetti hidhamee dhiphachaan jira; dubbiin Waaqayyoo garuu hin hidhamu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 kan ani isaaf jedhee akka nama yakka hojjete tokkootti hamma foncaan hidhamuutti dhiphachaafii jiruu dha. Dubbiin Waaqaa garuu hin hidhamu. See the chapter |