2 ጢሞቴዎስ 2:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዋን አን ስት ህሙ ከነ ቀልቤፈዹ፤ ጎፍታን ዋን ሁንደ ኬሰት ሁበትና ሲፍ ኬናቲ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Wanta ani dubbadhu kanas itti yaadi, gooftaan waan hundumaaf hubannaa siif in kenna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Waan ani sitti himu kana qalbeeffadhu; Gooftaan waan hunda keessatti hubannaa siif kennaatii. See the chapter |