2 ጢሞቴዎስ 2:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 አትስ አኩመ ሎልቱ ጀባ ከን ክርስቶስ ዬሱሲት ኑ ወጅን ዽጰዹ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Akka loltuu Kristos Yesusitti dhiphina sana keessaa qooda qabaadhu*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Atis akkuma loltuu jabaa kan Kiristoos Yesuusiitti nu wajjin dhiphadhu. See the chapter |