2 ጢሞቴዎስ 2:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዋን ፉለ ዹገ ባቶተ ባይኤ ዱረት ነራ ዸጌሴ ሰነ ነሞተ አመነሞ ከኔን ወረ ካን በርሲሱ ደንደአንት እማና ኬን። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Dhuga-baatota baay'ee duratti waan ana irraa dhageesse, namoota amanamoo warra kaan barsiisuufis ta'anitti hadaraa kenni*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Waan fuula dhuga baatota baayʼee duratti narraa dhageesse sana namoota amanamoo kanneen warra kaan barsiisuu dandaʼanitti imaanaa kenni. See the chapter |