Online Bible

- Advertisements -




2 ተሰሎኒቄ 3:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 ያ ኦቦሎተ፣ እስን ኦቦሌሰ ዽባኣፊ ከን አከ በርቴ እስን ኑራ አርገተን ሰናትስ ህንጅራትኔ ሁንደራ አከ ፈጋተኒፍ መቃ ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶሲን እስን አጀጅነ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Ammas obboloota nana, isin keessaa nama hojjechuu dhiisee dhibaa'ummaatti jiraatu, nama akka barsiisa isa nu biraa argattaniitti hin jiraannettiis hidhata akka hiikkattan, maqaa gooftaa keenya Yesus Kristosiin isin in abboomna*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Yaa obboloota, isin obboleessa dhibaaʼaa fi kan akka bartee isin nurraa argattan sanaattis hin jiraanne hunda irraa akka fagaattaniif maqaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosiin isin ajajna.

See the chapter Copy




2 ተሰሎኒቄ 3:6

Follow us:

Advertisements


Advertisements