2 ተሰሎኒቄ 3:18 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 አያን ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ እስን ሁንደ ወጅን ሃተኡ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Ayyaanni gooftaa keenyaa Yesus Kristos hunduma keessanii wajjin haa ta'u*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Ayyaanni Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos isin hunda wajjin haa taʼu. See the chapter |