2 ተሰሎኒቄ 2:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ዹፋቲን ነምቸ እሰ ሀማ ሰና አኩመ ሆጂ ሴጠናት ሁምነ ሁንዳፊ መለቶን፣ ድንቂ ሶባቲንስ ንተአ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Inni seera malee jiraatu kunis gochaa Seexanaatiin wanta hojii aangoo, milikkitootaa fi dinqii fakkaataniinis in dhufa*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Dhufaatiin namicha isa hamaa sanaa akkuma hojii Seexanaatti humna hundaa fi mallattoon, dinqii sobaatiinis ni taʼa; See the chapter |