2 ተሰሎኒቄ 2:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 እን ሀማን ሱን ንሙልአተ፤ ዬሱስ ጎፍታንሞ ሀፉሩመ አፋን ኦፊሳቲን እሰ ገላፈተ፤ እፈ ዹፋቲሳቲንስ እሰ በርበዴሰ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Kana booddees inni seera malee jiraatu sun in mul'ata; Yesus gooftaan immoo hafuura afaan isaa keessaa ba'uun isa in ajjeesa; mul'inatti deebi'ee dhufuu isaatiinis isa in barbadeessa*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Inni Hamaan sun ni mulʼata; Yesuus Gooftaan immoo hafuuruma afaan ofii isaatiin isa galaafata; ifa dhufaatii isaatiinis isa barbadeessa. See the chapter |