2 ተሰሎኒቄ 2:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 አከ እን ዬሮ ሙርቴፈሜ ሰነት ሙልአቱፍስ ዋን አመ እሰ ዾዉ ንቤክቱ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Yeroodhuma isaatti akka inni mul'atuuf amma wanti isa ittisu akka jiru in beektu. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Akka inni yeroo murteeffame sanatti mulʼatuufis waan amma isa dhowwu ni beektu. See the chapter |