2 ተሰሎኒቄ 2:17 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ሆጂፊ ዱቢ ጋሪ ሁንደ ኬሰት ገራኬሰን ሃጀጀቤሱ፤ እስን ሃጭምሱስ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Innumti garaa keessan haa jajjabeessu, hojii gaarii fi dubbii gaarii hundumaattis isin haa cimsu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 hojii fi dubbii gaarii hunda keessatti garaa keessan haa jajjabeessu; isin haa cimsus. See the chapter |