2 ተሰሎኒቄ 2:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ከናፉ ዋቅን አከ እሳን ሶበ አመነኒፍ ዋን ነመ ወላልችሱ እሳንት ኤርገ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Kanaafis Waaqayyo, wanta dhugaa hin ta'in akka amananiif gochaa nama wallaalchisu isaanitti in erga*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Kanaafuu Waaqni akka isaan soba amananiif waan nama wallaalchisu isaanitti erga; See the chapter |