2 ተሰሎኒቄ 2:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ያ ኦቦሎተ፣ ዋኤ ዹፋቲ ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶሲፊ ዋኤ እሰ ብረት ወልት ቀበሙኬኛ ወን ኑ እስን ከዸትኑ ከነ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Ammas obboloota ko, waa'ee dhufa gooftaa keenyaa Yesus Kristosii fi waa'ee isaa wajjin walitti sassaabamuu keenyaa akka beektaniif waanan isin kadhadhu qaba*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Yaa obboloota, waaʼee dhufaatii Gooftaa keenya Yesuus Kiristoosii fi waaʼee isa biratti walitti qabamuu keenyaa wanni nu isin kadhannu kana; See the chapter |