2 ተሰሎኒቄ 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እሳንስ ፉለ ጎፍታ ዱራፊ ኡልፍነ ሁምነሳራ ፈጌፈመኒ በዲሰ በረ በራቲን ንአደበሙ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Isaan kun argaa gooftaa duraa, ulfina aangoo isaa duraas fageeffamanii badiisa bara baraatiin in adabamu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Isaanis fuula Gooftaa duraa fi ulfina humna isaa irraa fageeffamanii badiisa bara baraatiin ni adabamu; See the chapter |