2 ተሰሎኒቄ 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ከናፉ ኑ ቆሩምሰ እስን ኦብስተን ሰናፍ፣ አርአተመ ሁንደ ኬሰት ጀባተኒ ዻበቹኬሰኒፊ አመንቲኬሰኒን ወልዶተ ክርስታና ዋቃ ኬሰት ሰበቢኬሰኒን ኦፍ ጀጅነ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Ari'atamuu keessan hundumaatti rakkina baattan keessattis obsaa fi amantii isin qabdaniif nuyi waldoota Waaqayyoo keessatti isiniin of in jajna*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Kanaafuu nu qorumsa isin obsitan sanaaf, ariʼatama hunda keessatti jabaattanii dhaabachuu keessanii fi amantii keessaniin waldoota Kiristaanaa Waaqaa keessatti sababii keessaniin of jajna. See the chapter |