2 ተሰሎኒቄ 1:1 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ጳዉሎስ፣ ስልዋኖሲፊ ጢሞቴዎስራ። ገረ ወልዳ ክርስታና ወረ ተሰሎኒቄ ከን አባኬኘ ዋቃቲፊ ከን ጎፍታ ዬሱስ ክርስቶስ ታቴት። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Phaawulos, Silwaanosii fi Ximotewos biraa, gara waldaa warra Tasaloniiqee isa kan Waaqayyoo abbaa fi kan gooftaa Yesus Kristositti caafame*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Phaawulos, Silwaanosii fi Xiimotewos irraa, Gara Waldaa Kiristaanaa warra Tasaloniiqee kan Abbaa keenya Waaqaatii fi kan Gooftaa Yesuus Kiristoos taateetti: See the chapter |