2 ሳሙኤል 9:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዳዊትስ፣ “አን አባኬ ዮናታኒፍ ጄዼ አርጁማ ሲፍን ጎዻቲ ህንሶዳትን። አን ለፈ አካከዩኬቲ፣ ለፈ ሳኦል ሁንደ ሲፍን ዴብሰ፤ አትስ ዬሮ ሁንደ ማዲኮራ ኛተ” ጄዼን። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Daawit immoo,<<Hin sodaatin! Ani abbaa kee Yonaataaniif jedhee gaarummaa sitti nan argisiisa; lafa Saa'ol akaakayyuu keetii hundumaa siif nan deebisa, yeroo hundumaas maaddii koo irraa in nyaatta>> jedheen. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Daawitis, “Ani abbaa kee Yoonaataaniif jedhee arjummaa siifin godhaatii hin sodaatin. Ani lafa akaakayyuu keetii, lafa Saaʼol hunda siifin deebisa; atis yeroo hunda maaddii koo irraa nyaatta” jedheen. See the chapter |