Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 9:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ሞትችስ፣ “አከ አን አርጁማ ዋቃ እሳፍ ጎዹፍ ነምን ማቲ ሳኦል ኬሳ ሀፌ ቶኮዩ ህንጅሩ?” ጄዼ ጋፈቴ። ዚባ፣ “እልም ዮናታን ቶኮ ጅረ፤ ሚልሳ ለቹስ ናፈ” ጄዼ ሞትቻፍ ዴብሴ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Mootichi,<<Gaarummaa Waaqayyoo akkan itti argisiisuuf, maatii Saa'ol keessaa namni hafe tokko illee hin jiruu?>> jedhee in gaafate; Ziibaan immoo mootichaaf deebisee,<<Ilmi Yonaataan tokko jira; inni immoo miilli isaa lachuu naafa>> jedhe*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Mootichis, “Akka ani arjummaa Waaqaa isaaf godhuuf namni maatii Saaʼol keessaa hafe tokko iyyuu hin jiruu?” jedhee gaafate. Ziibaa, “Ilmi Yoonaataan tokko jira; miilli isaa lachuus naafa” jedhee mootichaaf deebise.

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 9:3

Follow us:

Advertisements


Advertisements