Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 9:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ዬሮ ሰነት ነምቸ ዚባ ጄዸሙ ተጃጅላ መነ ሳኦል ቶኮቱ ቱሬ። እንስ አከ ፉለ ዳዊት ዱረት ዽኣቱፍ ዋመሜ፤ ሞትችስ፣ “አት ዚባዻ?” ጄዼን። እንስ፣ “ኤዬ፣ አነ ገርብቸኬት” ጄዼ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Maatii Saa'ol keessaa hojjetaan <<Ziibaa>> jedhamu tokko ture; namoonnis akka inni gara Daawit dhaquuf isa in waaman; mootichi immoo,<<Ati Ziibaa dhaa?>> jedhee isa in gaafate; innis,<<Eyyee, ani Ziibaa garbicha kee ti>> jedhee deebiseef*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Yeroo sanatti namicha Ziibaa jedhamu tajaajilaa mana Saaʼol tokkotu ture. Innis akka fuula Daawit duratti dhiʼaatuuf waamame; mootichis, “Ati Ziibaadhaa?” jedheen. Innis, “Eeyyee, ana garbicha kee ti” jedhe.

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 9:2

Follow us:

Advertisements


Advertisements