Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 8:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ዳዊት ሞኣቦተስ ንሞአቴ። ለፈረ ተሬ ጪብሴስ ፉኞን እሳን ሰፈሬ። ከኔን ተሬ ገለን ኬሳስ ፉኞ ለመ ለመ ሰፈሬ አጄሴ፤ ከኔን ፉኞ ቶኮ ቶኮ ሰፈሬሞ አከ እሳን ጅራተን ኤየሜፍ። ከናፉ ሞኣቦን ዳዊት ጀለት ቡለኒ ግብረ ፍደኒፍ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Akkasuma immoo Mo'aabota lolee in mo'e; namoota warra booji'e immoo akka isaan tarree galanii lafa ciisan godhee, funyoodhaan isaan in safare; namoota funyoo safaraa lama lama gidduu ciisan ajjeesisee, namoota funyoo safaraa tokko tokko gidduu ciisan immoo in hambise; kana irratti Mo'aabonni harka isaa jala galanii gabbara in fidaniif.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Daawit Moʼaabotas ni moʼate. Lafa irra tarree ciibsees funyoon isaan safare. Kanneen tarree galan keessaas funyoo lama lama safaree ajjeese; kanneen funyoo tokko tokko safare immoo akka isaan jiraatan eeyyameef. Kanaafuu Moʼaabonni Daawit jalatti bulanii gibira fidaniif.

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 8:2

Follow us:

Advertisements


Advertisements