Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 8:18 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

18 ቤናያ እልም ዬሆያዳ ሆገና ኬሬቶታፊ ጴሌቶታ ቱሬ፤ እልማን ዳዊትሞ ሉቦተ ቱረን።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

18 Benaayaan ilmi Yehoyaadaa itti gaafatamaa kutata loltoota mooticha eeganii ture; ilmaan Daawit immoo luboota turan*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

18 Benaayaa ilmi Yehooyaadaa hoogganaa Kereetotaa fi Pheletotaa ture; ilmaan Daawit immoo luboota turan.

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 8:18

Follow us:

Advertisements


Advertisements