2 ሳሙኤል 8:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ዮኣብ እልም ዜሩያ ሆገና ሎልቶታ ቱሬ፤ ዬሆሻፋጥ እልም አሂሉድሞ ገልሜሳ ቱሬ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Yo'aab inni Zeruyaan deesse ajajaa humna waraanaa ture; Yoshaafaax ilmi Ahiilud immoo itti gaafatamaa caaffata mana mootummaa ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Yooʼaab ilmi Zeruuyaa hoogganaa loltootaa ture; Yehooshaafaax ilmi Ahiiluud immoo galmeessaa ture. See the chapter |