Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 7:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 አን ለፈ አት ዸቅጤ ሁንደት ስ ወጅንን ቱሬ፤ ዲኖተኬ ሁንደስ ፉለኬ ዱራ በሌሴረ። አመስ አን መቃኬ አኩመ መቃ ነሞተ አዱኛረት አከ መሌ ጉርጉዳ ተአኒ ጉዳ ነንጎዸ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Lafa ati dhaqxe hundumaatti sii wajjinan turee, diinota kee hundumaas fuula kee duraa balleesseera; ammas gurguddoota biyya lafaa keessaa akka isa tokkotti akka ati beekamtu nan godha.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Ani lafa ati dhaqxe hundatti si wajjinin ture; diinota kee hundas fuula kee duraa balleesseera. Ammas ani maqaa kee akkuma maqaa namoota addunyaa irratti akka malee gurguddaa taʼanii guddaa nan godha.

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 7:9

Follow us:

Advertisements


Advertisements