2 ሳሙኤል 7:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 “ዸቂቲ አከነ ጄዺ ገርብቸኮ ዳዊትት ህም፤ ‘ዋቀዮ አከነ ጄዸ፦ ከን መነ አን ኬሰ ጅራዹ ናፍ እጃሩ ስኢ? See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 inni,<<Dhaqii garbicha koo Daawitiin,<<Waaqayyo:- mana ani keessa jiraadhu kan anaaf ijaaru sii*? See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 “Dhaqiitii akkana jedhii garbicha koo Daawititti himi; ‘Waaqayyo akkana jedha: Kan mana ani keessa jiraadhu naaf ijaaru siʼii? See the chapter |