2 ሳሙኤል 7:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ናታንሞ ሞትቻን፣ “ዋቀዮ ስ ወጅን ጅራቲ ዋን ገራኬት ያዴ ከምዩ ጎዽ” ጄዼ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Kana irratti Naataan immoo mootichaan,<<Waaqayyo sii wajjin waan jiruuf, ati wanta garaa keetti yaadde hundumaa godhi!>> jedhe. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Naataan immoo mootichaan, “Waaqayyo si wajjin jiraatii waan garaa keetti yaadde kam iyyuu godhi” jedhe. See the chapter |