Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 7:24 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

24 አት ሰበኬ እስራኤልን ከን ኦፊኬቲ ጎቴ በረ በራን ዻብዴርተ፤ ያ ዋቀዮ አት ዋቀሳኒ ታቴርተ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

24 Yaa Waaqayyo, ati saba kee Israa'eliif Waaqayyo in taate, bara baraanis akka inni saba dhuunfaa kee ta'u in goote*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

24 Ati saba kee Israaʼelin kan ofii keetii gootee bara baraan dhaabdeerta; yaa Waaqayyo ati Waaqa isaanii taateerta.

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 7:24

Follow us:

Advertisements


Advertisements