2 ሳሙኤል 7:20 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 “ዳዊት ከነ ጫላ ማል ጄቹ ደንደአ? ያ ዋቀዮ ጎፍታ፣ አት ገርብቸኬ ንቤክታቲ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Yaa Waaqayyo gooftaa, ati ana garbicha kee beekta, ani waa'ee kanaatiif kana caalaa maal jechuun danda'a ree>> See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 “Daawit kana caalaa maal jechuu dandaʼa? Yaa Waaqayyo Gooftaa, ati garbicha kee ni beektaatii. See the chapter |