2 ሳሙኤል 7:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ናታን ራጅቻን፣ “አን ኩኖ መነ ብርብርሳን እጃረሜኬሰን ጅራዸ፤ ታቦትን ዋቃ ገሩ ዱንካነ ኬሰ ጅራተ” ጄዼ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Daawit gaaf tokko Naataan raajichaan,<<Kunoo, ani mana muka gaatirraatiin ijaarame keessan jiraadha, sanduuqi Waaqayyoo garuu dunkaana keessa jira>> jedhe*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Naataan raajichaan, “Ani kunoo mana birbirsaan ijaarame keessan jiraadha; taabonni Waaqaa garuu dunkaana keessa jiraata” jedhe. See the chapter |