2 ሳሙኤል 6:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ዳዊቲፊ እስራኤል ሁንድኑ ሁምነሳኒ ጉቱዻን ፋርፈናዻን፣ መሲንቆዻን፣ በገናዻን፣ ድቤዻን፣ ብልብላን፣ ክልሌዻንስ ፉለ ዋቀዮ ዱረት ገመደኒ ሹብሳ ቱረን። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Daawitii fi Israa'eloonni hundinuu immoo Waaqayyo duratti weedduudhaan, sagalee kiraaraatiin, maseenqoodhaan, dibbeedhaan, sibiila <<Kosh kosh>> jettuun, sibiila walitti rukutamee sagalee dhageessisuunis of irraa bu'anii in taphatu turan. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Daawitii fi Israaʼel hundinuu humna isaanii guutuudhaan faarfannaadhaan, masiinqoodhaan, baganaadhaan, dibbeedhaan, bilbilaan, Kililleedhaanis fuula Waaqayyoo duratti gammadanii shuubbisaa turan. See the chapter |