2 ሳሙኤል 5:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ዳዊት ዬሮ ሞቲ ተኤት ኡሙሪንሳ ወጋ ሶዶመ ቱሬ፤ እንስ ወጋ አፉርተመ ቡልቼ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Daawit yommuu mootii ta'e, nama waggaa soddomaa ture; waggaa afurtama immoo in mo'e. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Daawit yeroo mootii taʼetti umuriin isaa waggaa soddoma ture; innis waggaa afurtama bulche. See the chapter |