2 ሳሙኤል 5:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ዳዊትስ ኤርገ ኬብሮኒ በኤ ቦዴ ሳጀቶወኒፊ ኒቶተ ብራ ዬሩሳሌም ኬሰት ፉዼ፤ እልማኒፊ እንተለን ደበለታ ዸለተኒፍ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Daawit mandara Kebroon dhiisee Yerusaalemitti erga galee booddee, achitti saajjatootaa fi dubartoota dabalee in fuudhe; dabalees ilmaanii fi intaloota in godhate*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Daawitis erga Kebroonii baʼee booddee saajjatoowwanii fi niitota biraa Yerusaalem keessatti fuudhe; ilmaanii fi intallan dabalataa dhalataniif. See the chapter |