2 ሳሙኤል 5:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ዳዊትስ አከ ዋቀዮ ሰበ እስራኤልረት ሞቲ ጎዼ ጀቤሴ እሰ ዻቤፊ አከ ሰበ እስራኤሊፍ ጄዼ ሞቱማሳ ጉድሴፍ ንቤኬ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Daawit saba Israa'el irratti mootii akka ta'uuf Waaqayyo isa in cimse; saba isaa Israa'eliif jedhees mootummaa isaa in guddise; Daawitis kana in hubate. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Daawitis akka Waaqayyo saba Israaʼel irratti mootii godhee jabeessee isa dhaabee fi akka saba Israaʼeliif jedhee mootummaa isaa guddiseef ni beeke. See the chapter |