Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 4:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 ዳዊትሞ ሬካቢፊ ኦቦሌሰሳ በአና፣ እልማን ርሞኒ ነምቸ ጎሰ ብኤሮታ ሰናን አከነ ጄዼ፤ “ዹጋ ዋቀዮ ጅራታ እሰ ረክነ ሁንደ ጀላ ነ ባሴ ሰና፣

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Daawit garuu deebisee Rekaabii fi obboleessa isaa Ba'anaa ilmaan Rimoon nama Beroot sanaan,<<Dhugaa Waaqayyo isa jiraataa, isa rakkina hundumaa keessaa na baasee ti!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 Daawit immoo Rekaabii fi obboleessa isaa Baʼanaa, ilmaan Rimoonii namicha gosa Biʼeerootaa sanaan akkana jedhe; “Dhugaa Waaqayyo jiraataa isa rakkina hunda jalaa na baase sanaa,

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 4:9

Follow us:

Advertisements


Advertisements