Online Bible

- Advertisements -




2 ሳሙኤል 4:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ዬሮ ሰነት ኢሽ-ቦሼት እልም ሳኦል ዱረ ቡቶተ ገሬ ዱልቶታ ለመ ቀበ ቱሬ። እን ቶኮ በአና፣ ካንሞ ሬካብ ጄዸመ ቱሬ፤ እሳንስ እልማን ርሞን ነምቸ ብኤሮት ከን ጎሰ ቤንያም ሰናት፤ ብኤሮት ኩን አከ ኩታ ቤንያምት ለካአመ፤

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Ilmi Saa'ol kun ajajjuu warra lolaaf ba'anii saaman lama qaba ture; maqaan isa tokkoo Ba'anaa dha, maqaan isa kaanii Rekaab; isaan ilmaan Rimoon nama mandara Beroot gosa Benyaamiin turan; Beroot gara Benyaamiinitti in lakkaa'ama.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 Yeroo sanatti Iish-Booshet ilmi Saaʼol dura buutota garee duultotaa lama qaba ture. Inni tokko Baʼanaa, kaan immoo Rekaab jedhama ture; isaanis ilmaan Rimoon namicha Biʼeeroot kan gosa Beniyaam sanaa ti; Biʼeeroot kun akka kutaa Beniyaamitti lakkaaʼama;

See the chapter Copy




2 ሳሙኤል 4:2

Follow us:

Advertisements


Advertisements