2 ሳሙኤል 3:25 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 አት አብኔር እልመ ኔር ንቤክተ፤ እን ስ ጎዎምሴ ሶቺኬቲፊ ዋን አት ጎቻ ጅርቱ ሁንደ በሳሱዻፍ ዹፌ።” See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Abneer ilmi Neer si gowwoomsuudhaaf, ba'uu keetii fi galuu kee, wanta ati hojjettu hundumaas caqasuudhaaf akka inni dhufe ati hin beektuu ree?>> jedheen. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Ati Abneer ilma Neer ni beekta; inni si gowwoomsee sochii keetii fi waan ati gochaa jirtu hunda basaasuudhaaf dhufe.” See the chapter |