2 ሳሙኤል 2:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እንስ ግልኣድ፣ አሹር፣ ይዝርኤል፣ ኤፍሬሚፊ ቤንያም፣ አከሱመስ ጉቱማ እስራኤልረት እሰ ሞስሴ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Achittis biyya Giil'aad irratti, Asheerii fi Yizre'el irratti akkasuma immoo Efreemii fi Benyaamiin irratti, guutummaadhumatti biyya Israa'el irratti isa in moosise. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Innis Giliʼaad, Ashuur, Yizriʼeel, Efreemii fi Beniyaam, akkasumas guutummaa Israaʼel irratti isa moosise. See the chapter |