2 ሳሙኤል 2:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እን አከነ ጄዼ ገረ ነሞተ ያቤሽ ግልኣድት ኤርገሞተ ኤርጌ፤ “ሰበቢ እስን እሰ አዋሉዻን ሳኦል ጎፍታኬሰኒፍ አርጁማ አከሲ ጎተኒፍ ዋቀዮ እስን ሃኤብሱ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Kana irratti inni namoota Yaabesh-Giil'aaditti ergaa ergee,<<Reeffa Saa'ol gooftaa keessanii awwaaluudhaan gaarummaa waan argisiiftaniif Waaqayyo isin haa eebbisu! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 inni akkana jedhee gara namoota Yaabeesh Giliʼaaditti ergamoota erge; “Sababii isin isa awwaaluudhaan Saaʼol gooftaa keessaniif arjummaa akkasii gootaniif Waaqayyo isin haa eebbisu. See the chapter |