2 ሳሙኤል 2:30 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ30 ኤርገሲስ ዮኣብ አብኔርን አርኡ ዺሴ ነሞተሳ ሁንደ ወልት ቀቤ። ዬሮ ሰነትስ አከ ነሞተ ዳዊት ኬሳ አሳሄልን መሌ ነሞትን ኩዸ ሰገል በደን ቤከሜ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo30 Yo'aab yommus Abneerin ari'uu dhiisee in deebi'e; namoota isaa hundumaa yeroo walitti qabe, namoota Daawit keessaa Asaahelin utuu itti hin dabalin nama kudha sagaltu dhabame. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa30 Ergasiis Yooʼaab Abneerin ariʼuu dhiisee namoota isaa hunda walitti qabe. Yeroo sanattis akka namoota Daawit keessaa Asaaheelin malee namoonni kudha sagal badan beekame. See the chapter |