2 ሳሙኤል 2:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዳዊት ነሞተ እሰ ወጅን ቱረን ቶኮ ቶኮሳኒ ማቲሳኒ ወጅን ፉዸቴ፤ እሳንስ መጋላወን ኬብሮን ኬሰ ቁበተን። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Kana malees Daawit namoota isaa wajjin turan maatii isaanii wajjin fudhatee ol in ba'e; isaanis Kebroonii fi naannoo ishee keessa in taa'an. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Daawit namoota isa wajjin turan tokkoo tokkoo isaanii maatii isaanii wajjin fudhate; isaanis magaalaawwan Kebroon keessa qubatan. See the chapter |